KONGIRASII FEDERALAWAA OROMOO (KFO)n HIRMAANNAA FILANNOO BIYYOOLESSAA MARSAA 7FFA ILAALCHISEE MURTOO WAL GAYII HATATTAMAA KOREE GIDDU GALEESSAA ifoomse.
Koreen Giddu Galeessaa Kongirasii Federalawaa Oromoo (KFO) walag’ii hatattamaa magalaa Finfinneetti Sadaasa 20, 2018 gaggeesseen, hirmannaa filannoo walii galaa 7ffaa Itoophiyaa dhufu ilaalchisee itti gaafatamummaa fi naamusa sirnawaa qaburratti hunda’uun tooftaa adeemsa filannichaa irratti murtee kennuu ibsa baaseen beeksiseera.
Bu’uuruma Kanaan Koreen Giddu galeessaa rakkoolee siyaasaa fi nageenyaa biyyattii mudate, akkasumas dirqama seeraa fi itti gaafatamummaa guddaa miseensotaa fi ummata Oromoo irraa qabu hubachuun xiinxala bal’aa gaggeessuu hime.
Gamaaggama baldhaa miseensota kore giddu galaa godinaalee…
https://orojob.net/blog/kongirasii-federalawaa-oromoo-kfon-hirmaannaa-filannoo-biyyoolessaa-marsaa-7ffa-ilaalchisee-murtoo-wal-gayii-hatattamaa-koree-giddu-galeessaa-ifoomse/