Carraa Hojii Online Dhaabata Deminaa Tech Isinif Baasee Hirmaachuun galii euro 1k jiaan Hojjedhaa

Akkuma beekkamu dhaabbanni Daminaa Tech platform Tirushop jalattii sagantaa hojii online uumuudhaan haawasni keenya galii yuuroodhaan akka hojjetuuf carraa bareedaa ta'e uumee marsaa lamaan namoota 200 gahaan hirmaachisaa jira. Isinis hirmaadhaa
New
Download
5.0/5 Votes: 2
Developer
tirushop.com

Report this app

Description

Harka fuune akkam jirti? Akkuma beekkamu dhaabbanni keeysan. Daminaa Tech carraa barumsaa online fi carraa hojii online irraa umuun isaa ni bekkama. Haluma kanaan namoota hojii kana hojjechuuf fedhii qabaniif website monetize ta’e banuun haawasni keenya qooda irraa fudhachuun galii. Euro akka hojjetu taasiisuu dandenyee jirra. Bu’uuruma kanaan erga hojiin kun jalqabamee namoonni hirmaatan shantamaa ol ta’uus feedhii fii kaka’umsa haawasni keenya qabu hubannoo keessa galchineerraa. Online Dhaabata Deminaa Tech

Gama kanaan carraa hojii kana nama dhibba tokko marsaa tokkoffaa irrattii hojjechifnee amma ammoo marsaa lammaffaa galmessaa jira. Bu’uuruma kanaaniis hirmaattonnii marsa tokkoffaa hojii ji’a. Octobar dabarsineen tokkon tokkon nammonnii galmaahanii hanga euro 100 fi isaa ol hojjetamee jiraa.

Maalif hojii Online Dhaabata Deminaa Tech Marsaa Lammaffa Galmessun Barbaachisee?

Gama kaaniin carraa hojii kana namootnii hin argannee hirmaachisuuf jecha galmee marsaa lammaffa hojii ji’a amma kessa jirruu jechunis November 2025 kessattii galmee hojii marsaa lammaffaa namoota dhibbaf baasnee namonnii 50 ol galmaahanii hojittii seenanii jiruu.

Carraa Hojiii Digitaal Marketing dhaabbannii Damiina Tech duraan dursee harka funee isiniin jechaa carraa hojii online irraa kana hirmaachudhaan galii dhaabbataa yuuroodhaan argadhaa isiniin jenna.

👉1ffaa:- Hojichi Malinnii?


Carraan hojii kanaa Hojii digital marketing jalattii hojii Advertising marketing yommuu ta’u karaa platform Keenya Tirushop waliin Goosa advertising Marketing kan hojjetamuu dha. Haalumaa kanaan yommuu ta’u websaayitiin haala salphaa dhaabbata guddaa Google adsense waliin kan hojjetamuu dha.

👉2. Hojicha akkamittii hojjedha?


Hojicha hojjechuuf jalqaba Ethio Telecom irraa domain name banachuun tirushop waliin walitti hidhamee erga website Google jalattii monetize ta’e isiniif baname booda website isinif baname karaa social media keessaniitiin share gochuudhaan website keessan view 100 fi isaa ol guyyattii argachuu dandenyaan guyyaatti euro 1€ – 10€ hojjechuu kan isin dandessisuudha.

👉3. Erga websaayitii banadhee booda dhaabbannii damiina tech View akka argadhuu na gargaaraa?


Eeyyen isin gargaara. Gama kanaan dhaabbannii keenya chaanaalii telegraamaa Tirushop fi garee ykn group telegram  irrattii websaayitii keessan share gochuudhaan view hanga 1000 fi isaa ol argattaniifii galii yuuroo 10fi isaa ol akka hojjettan taasisee jira.

https://t.me/hasutech

👉4. Carraan hojii kunii nama meeqaaf hayyamamee? Namnii meeqa hirmaatee jira? Hangam argataa jiru?

Carraan hojii kunii nama 100 – 200 qofaaf kan haayyamame yommuu ta’u marsaa jalqabaa jalattii namoonni 153 website monetize ta’ee banuudhaan hirmaattonnii yuroo 1 hanga 100ttii akka hojjettan taasifamee jira.

👉5. Haallii kafaltii akkamii? Online Dhaabata Deminaa Tech

Namni tokko erga website banatee booda yoo xiqqaatee yuroo 20€ fi isaa ol yoo hojjetee galii persantii 50% google irraa gara akkawunti baankittii ji’a ji’aan kan ergamuuf yommuu ta’u kafaltiin marsaa tokkoffaa gaafa guyyaa November 30, 2025 akkawuntii baankii keessanittii kan ergamu ta’a jechuudha. Gama kanaan namni website banatee tokko kafaltiin baankii isaattii akka ergamuuf yoo xiqqate yuuroo 20 hojjechuu kan qabu yommuu ta’u gaafa yuuro 20 hojjettan ji’a ji’aan kafaltiin akkawuntii kessanittii ergama jechuudha.

Gaafiilee Bu’uraa Hojii kana ilaalchisee ka’aanifii deebii isaanii.


👉 Gaafii 1ffaa. Hojiichi Maalii? Akkamittii Hojjetama?

Deebii isaa: Hojiichii Hojii digital Marketing keessaa Hojii advertising Marketing keessaa isa tokkoodha. Haallii hojiin ittii hojjetamu website monetize ta’e hirmaattootaaf banamee akka irratti hojjetan taasisuudhaan kan hojjetamuu dhaa.Online Dhaabata Deminaa Tech

👉Gaafii 2ffaa:- Hojii kanaaf ennuutuu nuuf kafala?

Deebii: Hojii kana kan isin hojjechiisuuf kan kafaltii yuuroodhaan ji’a ji’aan kafaluu dhaabbata guddaa google yommuu ta’u, dhaabbata kana jalattii platform Google AdSense jedhamuutu kafaltii kana kafala. As irrattii wantii hubatamuu qabuu Platform AdSense kunii youTube dhaafis kan kafaluu dha.Online Dhaabata Deminaa Tech

👉 Gaafii 3ffaa: Hojii kanaan galii hangam Argachuu danda’ama?

Deebii:-  erga website keessan isiniif bannee monetize erga goonee isiniif ergiinee booda website keessan karaa argamee hundaan barreeffamoota garagaraa irratti .axxansuun link barreeffamichaa share  gochuudhaan view website keessanii 100-500 argachuu dandessuu taanaan guyyaadhaan yuro 1-20 hojjechuu dandessuu. Kanaaf ammoo dhabannii keenya group https://t.me/hasutech) fi chanaalii https://t.me/mhaagj telegraama Tirushop banudhaan website keessan share waliin akka gootaniif waliif ilaaluun akka galii keessan guddistan taasisee jira. Bu’uuruma kanaan websaayitonnii nu jalattii banamanii monetize ta’an keessaa guddaan guyyattii yuroo 25 kan hojjetu yommuu ta’u xiqqan ammoo yuroo 1 hojjechuu danda’aanii jiru.


👉Gaafii 4ffaa. Kafaltiin yoomiifi haala kamin kafalama?

Deebii: Kafaltiin isaa dhuma ji’a Ittii anuu jechuunis dhuma ji’a November irraa kaasee kan kafalamuu yommuu ta’u, haalli kafaltii ittii kafalamuu ammoo account bankii keessaniin kan seenuu ta’a haa ta’u malee namnii tokkoo kanfaltiidhaaf gahaa ta’un qarshii akkawuntii isaattii akka galuuf hanga ji’a ittii aanuu dhumaattii yuroo 10 ol hojjechuu qabaa. Yuuroon 10 kunii jabaatamee hojjetamnaan guyyaa tokkotti ni hojjetama.Tirushop Digital Marketing

Gudunfaa

Kanaafuu namoonnii hojii kanaaf galmaa’uu feedhii qabdan lakkoofsa bilbilaa dhabbata damina Tech 0969707070 irrattii bilbiluun galmaa’uu fi odeffannoo dabalaataa argachuu dandessuu.
“Waliin Taanee yoo hojjennee of bira dabruun biyyaafiis nama bu’aa buusuu taana”

Websaayitiiwwan guyyatti Yuuroo 5-20 hoojjataa jiran kana ilaala:
http://www.tirushop.com
tinyurl.com/32m6mbae
tinyurl.com/4xjbx35t
shorturl.at/P4GOC

Olmaa guyyaa tokkoo ilaaluuf:


https://www.youtube.com/shorts/ZdtirjY-bko?feature=share

👉 Odeffannoo dabalaataa fi galmaa’hudhaaf maal haa godhu? Online Dhaabata Deminaa Tech

Odeffannoo dabalataa argachuufii galmaa’uudhaaf lakkoofsa bilbilaa 0969707070 irrattii bilbiluun Odeffannoo fi galmaa’uun hojjittii seenuu ni dandeessu.

read 💻 Work Without Borders: How Ethiopians Can Land High-Paying Freelance Jobs in 2025

What's new

kkam Jirtu Hordoftoota keenya? Akkuma beekkamu dhaabbanni Daminaa Tech platform Tirushop jalattii sagantaa hojii online uumuudhaan haawasni keenya galii yuuroodhaan akka hojjetuuf carraa bareedaa ta'e uumee marsaa lamaan namoota 200 gahaan hirmaachisaa jira. Kanaafis video armaan gadii argitan kuni 'course' ykn leenjii guutuu akkaataa nu wajjiin euro hojjechuu dandeessan kan irraa barattaniidha . Leenjiin kuni video 9 kan qabu yommuu ta'u kuniis website monetize ta'e erga isinif banamee booda akkaataa gara website keessani login gootan irraa kaasee akkaataa website Keessan irrattii barreeffama post gochuun galii guyyaattii euro 1 - 100 hojjechuu dandessan isin barsiisa. Kanàaf hundii kessanuu seenaa ilaalaa jechaa. Chanaalii Tirushop fi chaanaalii Ibsaa Daminaa Kan youtube irraa subscribe gochuu hin dagatinaa jechaa namonnii carraa hojii kanatti hirmaachudhaaf feedhii qabdan galmee marsaa sadaffaa waan jalqabnee jirruuf Lak. bilbilaa 0969707070 irrattii bilbiluun akkasumaas karaa telegram fi what's up bilbila kanaatiin message barreessun galmaahuu ni dandeessu jenna.

Video

Images

Download links

Join Us

How to install Carraa Hojii Online Dhaabata Deminaa Tech Isinif Baasee Hirmaachuun galii euro 1k jiaan Hojjedhaa APK?

1. Tap the downloaded Carraa Hojii Online Dhaabata Deminaa Tech Isinif Baasee Hirmaachuun galii euro 1k jiaan Hojjedhaa APK file.

2. Touch install.

3. Follow the steps on the screen.