Report this app

Description

๐Ÿ‘‰Horodftoota Dhabbata Daminaa Tech dura dursee harka fuune isiniin jechaa carraa hojii online irraa kana hirmaachudhaan galii dhaabbataa yuuroodhaan argadhaa irra deddeebiin jechaa turuun keenya akkuma beeekkamu ammallee namoota gaafii asiin gadii kana irra deddeebiin nu gaafachaa jirtaniif
๐Ÿ‘‰1ffaa:- Hojichii Maalinnii?
Carraan hojii kanaa Hojii digital marketing jalattii hojii Advertising marketing yommuu ta’u karaa platform Keenya Tirushop waliin ta’uudhaan dhaabbata guddaa Google waliin kan hojjetamuudha.
๐Ÿ‘‰2. Hojii kana akkamittiin hojjedha?
Hojii kana hojjachuuf jalqaba Ethio Telecom irraa domain name banachuun tirushop waliin walittii hidhamee erga website Google jalatti monetize ta’e isinif banamee booda website isiniif banamee karaa social media keessanitiin share gochudhaan website keessan view 100 fi isaa ol guyyattii argachuu dandeenyaan guyyatti euro 1โ‚ฌ – 10โ‚ฌ hojjechuu kan isin dandessisuudhaa.
๐Ÿ‘‰3. Erga websaayitii banadhee booda dhaabbannii daminaa tech View akka argadhuu na gargaaraa?
eyyen isin gargaara. Gama kanaan dhaabbannii keenya chaanaalii telegraamaa Tirushop fi garee ykn group telegramย  irratti websaayitii keessan share gochuudhaan view hanga 1000 fi isaa ol argattanii fii galii yuuroo 10 fi isaa ol akka hojjettan taasisaa jirta akkasumaas Akkamitti waloon akka hojjattan irratti hubannoo guyyaa lama lamaan isiniif kenna.
๐Ÿ‘‰4. Carraan hojii kunii nama meeqaaf hayyamame? Namnii meeqa hirmaate jira hangam argataa jiruu?
Carraan hojii kuni nama 200- 300 qoofaaf kan haayyamamee yommuu ta’u marsaa jalqabaa jalattii namoonni 110 website monetize ta’ee banuudhaan hirmaattoonni yuuroo 1 hanga 100ttii akka hojjettan taasifamee jira.
๐Ÿ‘‰5. Haallii kafaltii akkamii?
Namni tokkoo erga website banatee booda yoo xiqqaatee yuroo 20โ‚ฌ fi isaa ol yoo hojjete galii persantii 50% google irraa gara akkawunti baankitti ji’a ji’aan kan ergamuuf yommuu ta’u kafaltiin marsaa tokkoffaa gaafa guyyaa December 30, 2025 akkawuntii baankii keessaniitti kan ergamu ta’a jechuudha.

Hojii kana irratti hirmaachuuf maaltu na barbaachisa?

1: Website monetize ta’e digital marketing Damiina Tech tirushop.com jalatti isiniif banamee akkaata hojii fi leenjiin isiniif kennamaa hojjattu. Kan website kana isiniif banu immoo dhaabbata Damiina Tech dha. Kanaaf immoo dhaabbanni Damiina Tech website kana isiniif banuuf wanti isin irraa babaachisu:
1: Maqaa keessan, email keessan, suuraa keessan fi lakkoofsa bilbilaa keessan erguu.
2: Website tokko banuuf domain name bituun dirqama waan ta’eef gatii bittaa domain qarshii 4000 (Kuma Afur) kafaluudha.
3: Kaffaltaan kun immoo karaa kamiin kafalama gaafii jettuuf kaffaltaan bittaa domain kun karaa lakkoofsa herreega baankii daldala Itoophiyaa (1000671976863 Kemal Muhammedhusseen)tti kafaluun nagahee kaffaltaa karaa telegram bilbila 0969707070 tin erguu.

4: Akkasumaas, karaa telegram bilbila 0969707070 tin email keessan, maqaa keessan, suuraa keessan, bilbila keessan fi nagahee yookiin screenshot kaffaltaa keessanii erguu.

Erga ulaagaa asiin olii kana guuttanii hoo website monetize ta’e tirushop jalatti guyyaa meeqa keessatti banamee nuuf ergama?
Erga ulaagaa oliitti caqasame guuttanii website keessan guyyaa lamaa hanga sadii (2-3) keessatti isiniif dhumuun kan isiniif ergamu ta’a.

Erga website kee siif dhumee siif ergamee hoo maaltu itti aana?

Erga website kee siif dhumee siif ergamee leenjiin hubannoo akkaata hojichaa fi barnoota guyyaa sadi sadiin kan isiniif kennamu yommuu ta’u akkaataa leenjii keessaniitiin guyyaa website kee siif ergame irraa hojjachuu dandeessa.

Odeeffannoo dabalaataatiif lakkoofsa bilbila 0969707070 irratti bilbiluun argachuu fi galmaawuu dandeessa.