Beeksiisa Hojii fi Barnoota

Dhaabbanni Damiina Tech akkuma kanaan dura gosoota barnoota garagaraa marsaa garagaraaf barsiisaa ture ammaas barsiisaa kan jiru yommuu ta,u amma immoo bifa dur irra fooyya'insa qabuufi barnootas carraa hojii online dabaalee yeroo isiniif dhihaatu gammachuu guddaaan isiniif ibsa.
0/5 No votes
Requirements
Galmaawuuf
Get it on
Google Play

Report this app

Description

Dhaabbanni Damiina Tech irra deddeebiin beeksiisa hojii fi barnoota baasaa turuun keenya ni beekkama. Kanaan wal qabatee har’a namoonni fedhii barnoota fi hojii qabdan hundi unkaa (form) galmee as gadii kanaan seenaa guutaa isiniin jedha.

The short URL of the present article is: https://orojob.net/2mwd

What's new

Dhaabbanni Damiina Tech akkuma kanaan dura gosoota barnoota garagaraa marsaa garagaraaf barsiisaa ture ammaas barsiisaa kan jiru yommuu ta,u amma immoo bifa dur irra fooyya'insa qabuufi barnootas carraa hojii online dabaalee yeroo isiniif dhihaatu gammachuu guddaaan isiniif ibsa. Dhaabbanni Damiina Tech gosoota barnoota kanneen akka: 

  1. Afaan Oromoo
  2. Afaan Amaaraa
  3. Afaan Ingiliiffaa
  4. Afaan Arabaa
  5. Computer Skill And Website Development
  6. Video Editing and Graphics Design
  7. Forex Trading
  8. Cryptocurrency
  9. Social Media Digital Marketing fi
  10. Digital Marketing (Amazon Affiliate) marsaa lamaaf kan barsiisee eebbisee jiruu fi marsaa sadaffaaf kan barsiisa ture amma eebba jala ga'anii kan jiran yommuu ta'u amma marsaa afraffaa immoo barnoota jalqabee jira. Kanumaan wal qabsiisuun dhaabbata Damiina Tech wanti marsaa kana adda godhu barnoota carraa hojii online irraatiin dabaalee dhufuu isaati. Kanaafiis namoota fedhii barnoota qabaniif unkaa (form) galmee qopheessee jiru kanaan seentanii guutuun mana keessan taa'aa abbaa ogummaa fi galii guddaa ta'aa isiniin jedha.

Images

Registration

Registration

The short URL of the present article is: https://orojob.net/2mwd