Carraa Hojii online Gama Digital Marketing platform Tirushop Dhaabbata Daminaa Tech Hirmaachudhaaf!

Download
3.5/5 Votes: 2
Developer
deminatech.com

Report this app

Description

Horodftoota Dhaabbata Damiina Tech duraan dursee harka fuune isiniin jechaa carraa hojii online irraa kana hirmaachudhaan galii dhaabbataa yuuroodhaan argadhaa irra deddeebiin jechaa turuun keenya akkuma beeekkamu ammallee namoota gaafii asiin gadii kana irra deddeebiin nu gaafachaa jirtaniif, har’a waan hubannoo isiniif ta’a jennee yaannu tokko qabannee akka armaan badii kanatti isiniif dhiyaannee jirra. Waaee Carraa Hojii Digital Marketing kenya Dubbisaa.

Carraa Hojii Digital Marketing Kun Maali?

Hojiin kun hojii #digital_marketing jalatti hojii #Advertising_marketing yommuu ta’u karaa platform #digital_marketing Keenya Tirushop waliin ta’uudhaan dhaabbata guddaa Google waliin kan hojjatamuudha.

2. Hojii online kun akkamitti hojjatama?

Hojii kana hojjachuuf jalqaba Ethio Telecom yookiin yegara host irraa domain name (hostinger) bituun tirushop waliin walitti hidhamee website monetize ta’e (sub-domain tirushop) ta’e isiniif banamee username fi password wajjiin isiniif ergameen booda, website isiniif banamee karaa miidiyaa hawaasummaa (Tiktok, Facebook, Telegram fi kkf) keessaniitiin qooduun (share) gochuudhaanii fi Bio miidiyaa hawaasummaa keessanii irratti maxxansuun akka hordoftoonni miidiyaa keessanii website keessan isiniif daawwatu gochuun view 100 fi isaa ol guyyattii argachu dandeenyaan guyyatti euro 1€ – 10€ hojjechuu kan isin dandeessisuudha.

Hubachiisa: Domain hostinger Yegara yookiin Ethio telecom irraa 6800ETB bitamu nuti gama keenyaan baay’inaan waan binnuuf qarshii 4000ETB qofatti binna waan ta’eef isiniifis bu’aadha jechuudha.

3. Erga websaayitii banadhee booda dhaabbannii Damiina Tech View akka argattaniif akkamiin isin ni gargaaraa? Carraa Hojii Digital Marketing

Eeyyeen isin gargaara. Gama kanaan dhaabbannii keenya chaanaalii telegraamaa Tirushop fi garee (group) telegram  irratti websaayiitii keessan akka qooddan (share) gootan gochuudhaan view hanga 1000 fi isaa ol akka argattanii fii galii yuuroo 10 fi isaa ol akka hojjettaniif isin gargaara; akkasumaas, akkamitti waloon akka hojjattan irratti hubannoo guyyaa sadi sadiin isiniif kenna.

4. Carraan hojii online kuni nama meeqaaf hayyamame? Namnii meeqa hirmaate jira hangam argataa jiru?

Carraan hojii kuni nama 200- 300 qofaaf kan haayyamamee yommuu ta’u marsaa jalqabaa jalattii namoonni 110 website monetize ta’e banuudhaaniif hirmaattoonni yuuroo 1 hanga 100ttii akka hojjettan taasifamee jira. Akkasumaas marsaa 2ffaan namoota 89’f website banameefii hojjataa jiru jechuudha.

Hub: Namoonni guyyatti Yuuroo 10-50 hijjataniis kan jiran yommuu ta’u namoonni yuuroo 1 hin hojjannees immoo ni jiru. Kanaaf immoo sababni leenjii isaa sirnaan hubachuu dhabuu fi hojii kana wajjiin hanga sirritti wal baraniiti.

5. Ulaagaa Barbaachisu Ergan Guutee Hoo Website kiyya Guyyaa Meeqatti Dhumaatee Naaf Ergama?

Erga ulaagaa asiin olii kana guuttanii hoo website monetize ta’e tirushop jalatti guyyaa meeqa keessatti banamee nuuf ergama?
Erga ulaagaa oliitti caqasame guuttanii website keessan guyyaa lamaa hanga sadii (3-4) keessatti isiniif dhumuun kan isiniif ergamu ta’a.

Hubachiisa: Sababa Hojiitiin yoo Hojiin baay’ate garuu hanga guyyaa 5-6 tti qofa turuu danda’a. Kun immoo dabree darbee malee irra caalaan guyyaa 3-4 jiddutti dhumata jechuudha.

Haalli kaffaltii Hojii kanaa Hoo Erga Hojjattanii Akkamiin Isiniif Kafalama?

Namni tokko erga website banatee booda yoo xiqqaatee yuuroo 20€ fi isaa ol yoo hojjete galii persantii 50% google irraa gara herreega (account) baankii keessaniitti ji’a ji’aan kan isiniif ergamuu yommuu ta’u kafaltiin marsaa tokkoffaa (October) gaafa guyyaa December 21-24, 2025 gara herreega baankii hirmaattoota ji’a October hojjataniitti ergameemaraaf. Akkasumaas ji’a kanaas kan hojjataa jiran ji’a itti aanu gaafa 21-24 ni kafalamaaf. Kanaaf yeroo hunda dhaabbanni Google kaffaltii keessan gaafa 21-24 jiddutti isiniif erga jechuudha.

Hojii online kana irratti hirmaachuudhaaf hoo maaltu isin/na barbaachisa?

Website monetize ta’e platform digital marketing dhaabbata Damiina Tech’n hundaa’e tirushop.com jalatti isiniif banamee akkaata hojii fi leenjiin isiniif kennamaa hojjattu. Kan website kana isiniif banu immoo dhaabbata Damiina Tech dha. Kanaaf immoo dhaabbanni Damiina Tech website kana isiniif banuuf wanti isin irraa babaachisu:

  • Maqaa keessan, email keessan, suuraa keessan fi lakkoofsa bilbilaa keessan erguu.
  • Website tokko banuuf domain name (hostinger) bituun dirqama waan ta’eef gatii bittaa domain qarshii 4000 (Kuma Afur) kafaluudha.
  • Kaffaltaan kun immoo karaa kamiin kafalama gaafii jettuuf kaffaltaan bittaa domain kun karaa lakkoofsa herreega baankii daldala Itoophiyaa (1000671976863 Kemal Muhammedhusseen)tti kafalama.

6. Erga kaffaltaa domain raawwadhee hoo maal gochuun qaba? Gaafii jettuuf:

  1. Maqaa kee
  2. Lakkoofsa bilbila kee
  3. Suuraa kee
  4. Email kee fi
  5. Nagahee yookiin screenshot kaffaltaa keetii karaa keessoo telegram lakkoofsa bilbilaa 0969707070 yookiin username telegram ( @daminaelearning )tin nuuf ergitu.

Erga ulaagaa asiin olii kana guuttanii hoo website monetize ta’e tirushop jalatti guyyaa meeqa keessatti banamee nuuf ergama? Gaafii jettuuf:
Erga ulaagaa oliitti caqasame guuttaniin booda website’n keessan guyyaa lamaa hanga sadii (2-3) keessatti isiniif banamuun (develop) ta’e dhumuun kan isiniif ergamu ta’a.

7. Erga website kee dhumee (develop) ta’e siif ergamee hoo maaltu itti aana? Carraa Hojii Digital Marketing

Erga website kee dhumee siif ergameen booda leenjiin hubannoo akkaata hojichaa fi barnoota guyyaa sadi sadiin kan isiniif kennamu yommuu ta’u akkaataa leenjii keessaniitiin guyyaa website keessan dhumee isiniif ergame irraa hojjachuu dandeessu.

Odeeffannoo dabalaataatiif yoo adeemsi akkaata galmee oliitti ibsame yoo isiniif galuu baate lakkoofsa bilbila 0969707070 irratti bilbiluun argachuu fi galmaawuu dandeessu.

Carraa Hojii Digital Marketing

Waa’ee Digital Marketing Kana irratti Barreeffama akkami maxxansuu qabna?

The short URL of the present article is: https://orojob.net/wa6n

Video

Images

Download links

Join Us

How to install Carraa Hojii online Gama Digital Marketing platform Tirushop Dhaabbata Daminaa Tech Hirmaachudhaaf! APK?

1. Tap the downloaded Carraa Hojii online Gama Digital Marketing platform Tirushop Dhaabbata Daminaa Tech Hirmaachudhaaf! APK file.

2. Touch install.

3. Follow the steps on the screen.